Oromia Broadcasting Network (OBN)

Oromia Broadcasting Network (OBN), producing news, documentary and programs in Afaan Oromoo language to reach our audiences in all over the world.

Beeksisa Qaxarrii

OBN gita/gitoota hojii banaa gabatee armaan gadii keessatti ibsame irratti dorgomtoota dorgomsiisee Firiilaansiin qacaruu barbaada. Kanaaf, dorgomtootni ulaagaalee gabatee armaan gadii keessatti ibsame guuttan ragaa keessan karaa Email:- Email:- obnjobrecruitment2015@gmail.com irratti erguun galman’nu kan danderssan ta’uu beeksisna.


Hubachiisa

Guyyaan galmee: 24/6/2015 hanga 30/6/2015tti ragaa keessan erguun galmaa’uu kan dandeessan ta’uu

Dorgomtootni Bamnoota Ogummaafi Tecknikaa Ragaa Bu’aa Qormaata Biyyaalessaali Ragaa Mirkaneessa Gahumsa (COC) dhiyeessuu qabu

Wabii dhiyyeeffachuu kan danda’u

Mindaan Iskeelii Qaxarrii Firiilaansii OBN’n

Qajeelfamaa hojii OBN kabajee kan hojjetu

Dorgomtootni hundi Afaan Oromoo:Dhaga’uu.Dubbachuu,Dubbisuufi Barreessuu kan dandaa an ta’uu qabu

OBN Beeksisicha haquuf mirga guutuu qaba.

NB:-Whenever you are looking for jobs in Ethiopia, just remember Elelanajobs.
For More updates Join Our Official Telegram Channel
https://t.me/elelanajobs