Oromia Supreme Court is Protecting individual and group right and freedom that has been proclaimed in the federal and regional constitutions
Waamicha Qormaata Barreeffamaa
Gita Abukaatoo Ittisaa MMA
(Guraandhala 28,2015 MMWO)
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa gita hojii banaa Abukaatoo Ittisaa Mana Murtii Aanaa qabu irratti ogeessota dorgomsiisee muuduun hojjachiisuuf beeksisa baasee galmeessuun kunneen calallii jalqabaa darban yaada uummataaf dhiyeessuun isaa ni yaadatama.
Bu’uuruma kanaan dorgomtoonni maqaan isaanii armaan gaditti tarreeffame calallii itti aanutti akka darban murteessee jira.
Waan ta’eefis dorgomtoonni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame gaafa 7/7/2015 ganama keessaa sa’aatii 3:00 irratti magaalaa Adaamaa, ILQSO (Galma Abbaa Gadaa cinaatti argamutti) argamuun qormaata barreeffamaa akka fudhattan dhaamaa, qormaanni kan hojjatamu waraqaa irratti ta’uu fi kompiiyutara kan isin hin barbaachifne ta’uu ni beeksifna.
Hub.-Gara kutaa qormaataa kitaabolee fi labsiilee gara garaa fudhatanii seenuun kan danda’amu ta’uu fi dhiisuu guyyoota itti aanutti kan isin beeksifnu ta’uu ni hubachiifna.
NB:-Whenever you are looking for jobs in Ethiopia, just remember Elelanajobs.
For More updates Join Our Official Telegram Channel
https://t.me/elelanajobs